Kamshaalee
Toolbarruun durtii kan mul'atuu. yammuu galmee foormulaa kakaa'aa Herreegduu LibreOfficeDev keessatti bakka kanatti ibsame waliin hojeetuudha. Toolbarruuwwanii akka fedhii kee siif guutaniif sajoowwan haaraa siqsuun, haquun, ykn ida'uun maamileesuu nidandeessa
Kabalichi Durtii fayyadama LibreOfficeDev hundumaa keessatti argama.
The Tools bar contains frequently used functions of LibreOfficeDev Math.
Kabalii haalojii odeefannoo waa'ee galmee ka'aa mul'isa.